Giddugala wal'aansa koleeraa magaalaa Mooyyaleetti argamu (Suuraa: Boruu Hukaa) Madihaanee Iqqubaamikaa'eliin @Medihane Finfinnee, Bitootessa 25/2023 - Weerarri koleeraa haaraan torban lamaan darbanii
Miidhaa godinicha keessatti sababa hongeen qaqqabe (Suuraa: Jiraattota) Finfinnee - Rakkoo hongeen irra deddeebiin naannoo Somaalee Godina Dawaatti mudate kun kanaan
Akka ibsa Baankii Siiqee baaseetti, waliigalteen kun kaleessa Amajjii 13 mallattaa’eera. Suura: Baankiin Siinqee Finfinnee, Amajjii 13, 2023 - Baankiin
Utow Ukot Finfinnee, Guraandhala 09/2023 - Hidhattoonni gosa Murlee biyya Sudaan Kibbaa irraa gara Itoophiyaa, naannoo Gaambeellaatti ce’an namoota lama
Simannaa Phaaphaasota haaraa Kutaa Lallaba Arsii Lixaatti ramadamaniif taasifame. Suuraa: Sinoodoosii Oromiyaa Finfinnee, Guraandhala 07/2023 - Poolisiin magaalaa Finfinnee ibsa kaleessa
Finfinnee, Amajjii 13, 2023 - Miseensonni humna addaa naannoo Amaaraa magaala Shiree kan 140km kaabalixa Maqaleetti argamtuu keessaa fi naannawashee
Geetaahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Amajjii 11, 2023 - Daa’ima ganna saddeetii kan ta’e Abrahaam Abbabaa naannoo Piyaasaa iddoo maqaa addaa Araadaa
Finfinnee, Bitootessa 17/2023- Komishinara Olaanaa Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa Daani’eel Baqqalaa akka jedhetti, beekamtii fi deeggersi uummata fi mootummaa Ameerikaa
Finfinnee, Guraandhala 22/2023 - Chaayinaan Bitootessa 1, 2023 irraa eegalee meeshaalee taaksii itti kaffalaman Itoophiyaa, Burundii fi Nijar irraa gara
Finfinnee, Guraandhala 03, 2023 - Koleeraa fi finniin ykn gifirri Itoophiyaa keessatti mul’achuun daa’imman dhukkubichaaf saaxilaman kan duraan rakkoo
Suuraa: UNICEF Ethiopia/Raphael Pouget/2023 Finfinnee, Bitootessa 18/2023 - Sababa hongee naannoo Oromiyaa, godina Booranaa keessatti mudateen daa’imman hedduu beela fi hanqina
Finfinnee, Guraandhala 01/2023 - Qorannoo raawwii hojii baatilee jahaa ministeerota mootummaa irratti haasawaa miseensota kaabinee fuulduratti taasisaniin, ministirri muummee Abiy
Suuraa: OBN Afaan Oromoo Finfinnee, Amajjii 30,2023 – Waldaan Aksiyoona Geejjibaa fi Loojistiksii Gadaa Konkolaattota fe’umsaa har’a hojii eegaleera. Sagantaa
MM Abiy Ahmad walga'ii koree hoji-raawwachiiftuu paartii Badhaadhinaa irratti, Suuraa: PP Finfinnee, Bitootessa 18/2023 - Walgahii guyyaa lama taa’een booda koreen
Finfinnee, Guraandhala 02, 2023 Qulqulluu Sinoodosiin Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaa dubbii Ministirri Muummee Abiy Ahimad rakkoo amma mana amantichaa
Finfinnee, Amajjii 31/2023 - Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Qindeesssaan Gargaarsa Namoomaa (UNOCHA) gabaasa haaraa baaseen weerarri Koleeraa gandoota 66 Naannoo Oromiyaa
Sorry, the comment form is closed at this time.