June 2023

Taateewwan humnootni nageenyaa mootummaa kaameraan osoo waraabamaa jiran lammiilee nagaa ajjeesan agarsiisa. (Screeshots: Addis Standard) Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Waxabajjii 30/2023 - Baatii kana keessa suur-sagalee suukkanneessaa biraa humnoonni nageenyaa mootummaa uffata waraanaa uffatan namoota nagaa lama harka isaanii dugda duubaan hidhamee fi gara duubaatti garagalan, mataa

Read More

Gurmeessaa Goobanaa Hoolaa Getaahun Laggasaatin @Birmaduu2 Finfinnee, Waxabajjii 30/2023 - Gurmeessaa Goobanaa ilma abbaa gadaa Tuulamaa Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaati. Dhalatee kan guddate godina Shawaa Bahaa magaalaa Maqiitti. Gurmeessaan daa’imummaa isaatii kaasee teeknoolojii fi kalaqaaf jaalala addaa qaba ture. Fedhii kalaqaaf qabu dagaagfachuuf barnoota sadarkaa tokkoffaatii kaasee

Read More

Aadde Faantuu Damissoo, haadha manaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa. Suuraa: Addis Standard Abdii Biyyansaatin  @ABiyenssa Finfinnee, Waxabajjii 30/2023 - Sirna badhaasa Haacaaluu Hundeessaa marsaa 2ffaa fi yaadannoo ajjeechaa isaa waggaa sadaffaa kaleessa Waxabajjii 29, guyyaa Haacaaluun waggaa sadi dura ajjeefame, irratti gaggeeffameera. Sagantaa kaleessa gaggeeffameenis artistoota fi ogeessota

Read More