HomeIn-depth Analysis

In-depth Analysis

Hojjettoota dhaabbata Ayisan Ekspiiriyaansiin qacaramanii hojii giddugala waamicha Saafaarikoom Itoophiyaa hojjechaa jiran gaaffilee mirgaa kaasan irratti yeroo mari'atan. Suuraa: Hojjettoota irraa Biruuk Alamuutiin @Birukalemu21 Finfinnee, Adoolessa 26/2023 - Damee telekoomii Itoophiyaa keessatti waggoota hedduuf qofaa isaa socho’aa kan ture Itiyoo Telekoom dabalataan dhiyeenya kana damee telekoomii biyyattiitti

Read More

Gabaa Jimaa godina Harargee Bahaa aanaa Kombolchaatti argamu Abdii Biyyansaatiin  @ABiyenssa Finfinnee, Adoolessa 14/2023 - Qonnaan bultoota fi al-ergitoonni Jimaa naannoo Oromiyaa keessatti argaman sababa dambii mootummaan irra kaa’een rakkoo hawaas-dinagdee hin eegamne isaanirra geessisaa jira. Bu’aan dambii mootummaa kanaas damee kana keessatti qonnaan bulaa irraa kaasee

Read More

Xaa’oo UREA (Suuraa: Dhaabbata Daldala Qonnaa Itoophiyaa/Facebook) Geetaahun Laggasaa @Birmaduu2 Finfinnee, Adoolessa 07/2023 - Battaluma facaasaan gannaa bara 2015/2016 balbalarra jiru kanatti, xaa’oo waliigalaa kuntaala miliyoona 12 ol qonnaan bultoonni Itoophiyaa facaasaa ganna bara kanaatiif barbaadan keessaa kuntaala miliyoona 7.4 bitamee raabsamuuf gara biyyattii geejjibamaa jiraachuu korporeeshiniin

Read More