HomeIn-depth Analysis (Page 11)

In-depth Analysis

Deebitootni yeroo buufata xiyyaaraa Boolee ga’aan. Maddi Suuraa: FBC     Bileh Jelan tiin  Finfinnee, Hagayya 27/2021 – Saawud Arabiyaan yeroo dheeraaf  “Godaantota Seeran alaa” kan jettun Lammilee Itoophiyaa eeyyama hojii qabanis ta’ee hin qabne irratti xiyyeffachuun tarkaanfii haaraa fudhataa jirti. Tarkaanfichi lammilee Itoophiyaa karaa seera qabeessaan deemuun

Read More

Sirna gaggeessaa Dargaggoota Duulanii Magaalaa Ambootti Suura: OBN Hojjattoota Addis Istaandard tiin Finfinnee, Adoolessa 26/2021- Mootummaan dargaggoota Oromiyaa iddoo garaa garaati dirqamaan duulchisuu gabaasaaleen mul'isaan tibbana Addis Standard ga'aa turaniiru. Haa ta'u malee haalli dargaggootni Raayyaa Ittisa biyyatti (RIB) dabalaman kun komii kaasera. Dhabbileen Mormitootaa Naannoo Oromiyaa

Read More