ABOn haleellaa dhiyeenya Wallagga Bahaatti raawwate ilaalchsuun ibsa Komishiiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa basee qeequun qaamni walabaa akka qoratu gaafate.
Siyaanne Mokonnon tiin Finfinnee, Hagayya 28,2021- Addi Bilisumma Oromoo (ABO'n) gaabasa koomishiinii mirga namoomaa Itoophiyaatin bahee haalaan akka qeequu fi gochaawwan garaa jabeenyan Milishaan Amaaraa fi humnootni mootummaa uummata Oromoo nagaan jiraatu fi hidhannoo hin qabne irratti raawwatan xiqqeessuudhaan, kan miidhamtoota Amaaraa garmalee dhaadhessee gabaase
0 Comments