HomeNews

News

Finfinnee, Hagayya 18/2023 - Pirezedaantii Emireetota Araba Gamtoomanii (UAE) fi bulchaa Abu Daabii kan ta’an Sheek Mohaammad Bin Zaayid Al Nahyan Itoophiyaatti daawwannaa hojii taasisuuf har’a ganama Finfinnee galaniiru. Sheek Mohaammad bin Zaayid Finfinnee buufata xiyyaaraa idil Addunyaa Boolee wayita gahan Muummicha Ministeeraa Abiy Ahimad fi

Read More

Barreessaa Olaanaa Liigii  Musliima Addunyaa Dr. Mohaammad Al-Isaa wayita Finfinnee galan Pirezdaant Saahilawarq Zawdee fi MM Abiy Ahimadiin simatamaniiru. Suuraa: Riyadh Daily Finfinnee, Hagayya 18/2023 - Barreessaa Olaanaa Liigii  Musliima Addunyaa Dr. Mohaammad Al-Isaa daawwannaaf Itoophiyaa galan. Hoggansa Liigii  Musliima Addunyaan ala  dura taa’aa Dhaabbata Hayyoota

Read More

Oyiruu qamadii Naannoo Oromiyaa keessatti argamu. Suuraa: Miidiyaa hawaasaa Finfinnee, Hagayya 17/2023 - Baankiin Misooma Afrikaa deeggarsa maallaqa dolaara miiliyoona 84.3 Itoophiyaatti oomisha qamadii fooyyeessuu fi galii qonnaan bultoota dabaluuf oolu Itoophiyaaf kennuu beeksise.   Ministirri Maallaqaa Itoophiyaa Ahimad Shidee fi Itti aanaan Daarektarri Olaanaa Garee Baankii Misooma

Read More