HomeNews (Page 214)

News

Finfinnee, Adoolessa 08/2011- Itoophiyaan waajjiraalee dippilomaasii cufuu,  kanneen  hin cufamin  irraammoo hojjattoota hir’isuu maddi dhimma kanaaf dhihoo ta’an Addis Standardiif himan. Tarkaanfiin kun kan fudhatame Muummichi Ministiraa Abiy Ahimad mana maree bakka bu’oota ummaataatiif ibsa yeroo kennu lakkoofsi waajjiralee dippilomaasii hir’achuu akka qabu erga dubbatee

Read More

Finfinnee, Adoolessa 01/2021- Hanqina roobaa waqtii arfaasaa mudatee fi bona dheerateen  qonnaan bultoonni Godina Harargee Bahaa fi Harargee Lixaa  hoomisha malee hafaniiru. Kana malees hanqinni rooba arfaasa kun qophii oomishaa waqtii gannaa irratti dhiibbaa akka fidu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroon Qindeessi Dhimmoota Namoomaa (UNOCHA) beeksise. Yeroo

Read More