July 2021

Sirna gaggeessaa Dargaggoota Duulanii Magaalaa Ambootti Suura: OBN Hojjattoota Addis Istaandard tiin Finfinnee, Adoolessa 26/2021- Mootummaan dargaggoota Oromiyaa iddoo garaa garaati dirqamaan duulchisuu gabaasaaleen mul'isaan tibbana Addis Standard ga'aa turaniiru. Haa ta'u malee haalli dargaggootni Raayyaa Ittisa biyyatti (RIB) dabalaman kun komii kaasera. Dhabbileen Mormitootaa Naannoo Oromiyaa

Read More

Maaltu Uumame? Kamisa Adoolessa 15, 2021 Daayirektoreetiin Galmee fi Haayyamaa Abbaa Taayitaa Miidiyaa Itoophiyaa(ATMI) Hoji Gaggeessa JAKENN Publication PLC ,maxxansaa Addis Standard,  biratti bilbiluun hojjattoonni Addis Standard waraqaa galmee abbaan taayitichaa Addis staandardiif Caamsaa 28/2021 kenname gara waajjira Abbaa Taayitaa Miidiyaa Itoophiyaa fidan gaafatan.  Haaluma armaan olitii

Read More

Daawit Abdataa (Bitaa) & Lammii Beenyaa (Mirga) Madda: Midiyaa Hawaasa Bileh Jelan tiin  Finfinnee, Adoolessa 13/2021- Miseensota Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) kan ta’an Lammii Beenyaa fi Daawit Abdataa buufata Poolisii magaalaa Mojoo keessaa baafamanii akka miliqfaman Addis Standard maddeen irraa hubatee jira. Addis Standard miliqfamuu Daawit Abdataa

Read More