HomePolitics

Politics

Miseensota garee finciltootaa Sochii Bilisummaa Uummata Beenishaangul. Suuraa: Mootummaa naannoo Beenishaangul Gumuz Finfinnee, Bitootessa 23/2023 - Mootummaan naannoo Beenishaangul Gumuz waliigaltee nagaa hordofee hoggantoota fi miseensota garee hidhattoota lama, Sochii Dimokraatawaa Uummata Gumuz fi Sochii Bilisummaa Uummata Beenishaangul hidhaarra hiike.    Sochii Dimokraatawaa Uummata Gumuz hoggantoota fi miseensota

Read More

Hogganaa Gadaa Karrayyu Michile Abba Gadaa Hawaas Maatoo Booraa (Suuraa: Jiraattota) Finfinnee, Bitootessa 23/2023 Naannoo Oromiyaa, zoonii Shoa Bahaa, aanaa Fantaallee, miseensi olaanaa hoggantoota Gadaa Karrayyu Michile kan ta’aan Abba Gadaa Hawaas Maatoo Booraa walitti bu'iinsa yeroo dhiyoo torban darbe mudateen rasaasaan ajjeefamuu jiraattonni Addis

Read More

Waajjira muummee Gamtaa Afrikaa magaalaa Finfinneetti argamu, Suuraa: Gamtaa Afrikaa Finfinnee, Bitootessa 21/2023 - Miseensonni paarlaamaa biyyoolessaa Itoophiyaa naannoo Oromiyaa irraa filataman xalayaa Gamtaa Afriikaatif erganiin, waraana gara waggaa shaniif Oromiyaa keessatti Waraana Bilisummaa Oromoo fi mootummaa Itoophiyaa gidduu adeemsifamaa jiru nagaan akka hiikamuuf gamtichi “giddu

Read More