HomeEthiopia

Ethiopia

Hidhatarraan (yaa hidhannoo Zinnaaraa) 2X Ati hin dhufin natuu dhufee si laalaa yaa hiriyoo halaalaa 2X Finfinnee, Hag 19, 2023 - Bo’oon lamaan armaan olii kunneen sirba weellisaa Abdii Qophee keessaa kan fudhatamaniidha. Sirba kana kan sirbe qabsoo irra yeroo turetti haadha manaa isaa Yuunivarsitii Asmaraatti barachaa

Read More

Finfinnee - Sadaasa 29 bara 2022tti qondaalonni olaanoo mootummaa, kan Pireezidaantii Naannoo Kibbaa Ristuu Yirdaawiin durfaman magaalota gurguddoo godina Guraagee keessaa tokko kan taate Buttaajiraa, kan magaala Finfinee irraa fageenya 120km irratti argamtutti walitti qabamuun naannoo haaraa ‘Mootummaa Naannoo Giddu Galeessaa Itoophiyaa’  jedhamu ijaaruuf karoorfame

Read More

Finfinnee, Hagayya 18/2023 - Pirezedaantii Emireetota Araba Gamtoomanii (UAE) fi bulchaa Abu Daabii kan ta’an Sheek Mohaammad Bin Zaayid Al Nahyan Itoophiyaatti daawwannaa hojii taasisuuf har’a ganama Finfinnee galaniiru. Sheek Mohaammad bin Zaayid Finfinnee buufata xiyyaaraa idil Addunyaa Boolee wayita gahan Muummicha Ministeeraa Abiy Ahimad fi

Read More