Oduu: Noorweey lammiileen ishee gara Itoophiyaa akka hin imalle hubachiifte
Finfinnee, Muddee 20/2022 - Mootummaan Noorweey lammiileen biyyattii gara kutaalee Itoophiyaa bal’aa haalli nageenyaa isaanii hin mirkanoofneetti akka hin imalle gorse. Ministeerri Dhimma Alaa Noorweey ibsa Muddee 17 baaseen lammiileen Noorweey gara lixa Oromiyaa fi bakkeewwan birootti akka hin imalle hubachiiseera jechuun SchengenVisaInfo.com gabaaseera. ''Ministeerri Dhimma