HomeAfrica

Africa

Oyiruu qamadii Naannoo Oromiyaa keessatti argamu. Suuraa: Miidiyaa hawaasaa Finfinnee, Hagayya 17/2023 - Baankiin Misooma Afrikaa deeggarsa maallaqa dolaara miiliyoona 84.3 Itoophiyaatti oomisha qamadii fooyyeessuu fi galii qonnaan bultoota dabaluuf oolu Itoophiyaaf kennuu beeksise.   Ministirri Maallaqaa Itoophiyaa Ahimad Shidee fi Itti aanaan Daarektarri Olaanaa Garee Baankii Misooma

Read More

Finfinnee, Hagayya 04/2023 - Deeggarsa Daandii Qilleensa Itoophiyaatin hundeeffamaa kan jiru Daandiin Qilleensa Naayijeeriyaa baatii Onkololeessa dhufu akka hojii eegalu ibsame. Miidiyaan Bluumbarg hoji gaggeessaa Daandii Qilleensa Itoophiyaa Masfin Xaasaw wabeeffachuun akka gabaasetti, abbaa qabeenyummaan Daandiin Qilleensa Naayijeeriyaa 49% Daandii Qilleensa Itoophiyaatin, 5% mootummaa Naayijeeriyaatin,

Read More

MM Abiy Ahimadiifi Pireezdaant Vilaadimiir Putiin (Suuraa: France 24) Finfinnee, Adoolessa 26/2023 - Ministirri Muummee Abiy Ahimad walgahii Raashiyaa - Afrikaa Adoolessa 27 fi 28, 2023 biyya Raashiyaa magaalaa Seent Piitarsbarg keessatti gaggeeffamu irratti Pirezidaantii Raashiyaa Vilaadimiir Putiin waliin wal arguun akka mari’atan miidiyaaleen Raashiyaa gorsaa

Read More