HomeAfrica (Page 2)

Africa

Finfinnee Adoolessa 15, 2023 - Pireezidaantii Misraa Abdal Fattaah Al-Siisiin kaleessa Adoolessa 13, 2023 MM Itoophiyaa Abiy Ahmad (PhD) simachuun akkaataa kuusa bishaan hidha haaromsaa Itoophiyaa guddicha irratti marii eegalanii ture  itti fufaniiru. Marii biyyoonni sadeen - Itoophiyaa, Misraa fi Sudaan - dhimma kuusaa bishaan hidha

Read More

Finfinnee, Adoolessa 12/2023 - Komishiniin Mirgoota Namoomaa Gamtaa Afrikaa komishinii sarbiinsa mirgoota naannoo Tigraay keessatti raawwataman akka qoratuuf hundeesse ture adeemsa ifa hin taaneen akka hojii dhaabu taasisuu ibsame.  Komishiniin hojii dhaabe kun komishinii jalqabaa Itoophiyaa keessatti waraana waggoota lamaaf gaggeeffame hordofee sarbiinsa mirgoota raawwataman qorachuuf

Read More

Finfinnee, Adoolessa 11/2023 - Humnoonni Sudaan walwaraansarra jiran lamaan waliigaltee waraana dhaabuu mallatteessuun waraana akka dhaaban Mootummoota Misoomaaf Gamtoomanii Baha Afrikaa (IGAD) marii Finfinneetti kaleessa taa’ame booda ibsa baaseen gaafate.  IGAD humnisaa gara Sudaan seenee nageenya lammiilee nagaa akka tiksu yaadni dhiyaachuu gabaasonni mul’isaniiru. Humni eeggataa

Read More