HomeAfrica (Page 5)

Africa

Finfinnee, Caamsaa 10, 2023 - Yuunivarsitii Kaayroottti ogeessi ji’oolojii Piroofeesar Abbaas Sharakii jedhamu Itoophiyaa fi Misritti kirkirri lafaa jabaan  mudachuu danda’a jechuun akeekkachiise. Akka shakkii ji’oolojistichaati sababiin kirkira lafaa bishaan biyyoonni lameen hidha lagaa isaanitti kuusaniin kan walqabateedha. Kirkirri lafaa kun Misritti hidha guddaatti dhiyoottii fi Itoophiyaatti

Read More

Finfinnee, Caamsaa 05, 2023 - Bulchaan baankii biyyaalessa Itoophiyaa obbo Maammoo Mihratuu carraa tajaajila faayinaansii Itoophiyaa keessatti hirmaachuutiin walqabatee hoggantoota baankii fi faaynaansii Keeniyaa fi Morookoo wajjiin guyyaa kaleessaa mari’ate. Bulchaan Maammoo dura taa’aa garee baankii daldala Keeniyaa qabeenyaan baankii lammaffaa ta'e KCB Andriiw Waambaarii wajjiin “haala

Read More

Finfinnee Caamsaa 04, 2023 - Hogganaa olaanaa Abbaa Taayitaa Misoomaa Mootummoota Gidduu (IGAD) Dr. Warqinah Gabayyoo marii marsaa tokkoffaa bakka bu’oota mootummaa Itoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) gidduutti Zaanzibaar Taanzaaniyaatti godhameen “bu’aa argametti’ gammadeera jedhe. Dr. Warqinah Gabayyoo “bu’aa marii marsaa tokkoffaa kan Mootummaa Feederaalawaa

Read More