HomeAfrica (Page 45)

Africa

Finfinnee, Caamsaa 20/2022- Pirezidaantii Somaaliyaa haaraan, Hasan Sheek Mohaammad, mootummaan isaa tika odeeffannoo jabaa fi sirna qabeessa ta’e ijaaruufi qaama mootummaa Federaalaa waliin dhimma nageenyaa irratti hojjatu kamuu waliin waltumsuun nageenya Moqdishoo mirkaneessuf akka hojjatu ibse.  Af-gaaffii Roobii darbe VOA waliin taasiseen, guyyoota jalqabaa 100 keessatti

Read More