May 2022

Finfinnee, Caamsaa 31/2022- Aanga’ooni Tigraay humnootni Eertiraa dhuma torban darbe keessatti haleellaa waraanaa haaraa gaggeessaniiru jechuun himatan. Mootummaan Federaalaa Itoophiyaa ibsa isaatiin jalqaba waa’ee dhimma aanga’ootni Tigraay jedhan quba akka hin qabne ibse, haata’u malee haleellicha jalqabaniiru jechuun humnoota Tigraay himateera.  Gorsaan Pirezidaantii  naannoo Tigraay fi

Read More