Home2022May (Page 3)

May 2022

Finfinnee - Ejensiin Godaansa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii, godaantota Itoophiyaa 6,750 ta’an ji’oota dhufan keessatti biyya waraanaan raafamaa jirtu Yaman irraa gara biyya isaaniitti dabarsuuf karoorsuu isaa beeksiseera. Ejensichi lammiilee kana gara biyya isaaniitti akka deebi'an gargaaruuf dolaara miiliyoona 7.5 akka kennamu gaafateera. Dhaabbata godaatota idil addunyaa

Read More

Finfinnee, Caamsaa 25/2022- Godina Booranaa Aanaa Waacillee Ganda Weebiitti barataan Kutaa 8ffaa kan ta’e  Aadam Huseen kalaqa isaatin humna ibsaa maddisiisuun, ganda keessa jiraatuuf tajaajila ibsaa dhiyeessaa jira. Aadam Mana Barumsaa Tulaa Weebii Sadarkaa 1ffaatti kutaa 8ffaa barata. Fedhii fi Kaka’umsaa hojii kalaqaaf qabuurraa, hojii kalaqaa

Read More

Siyaanne Makonnin tiin  Finfinnee  - Qondaalli olaanaan Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Koloneel Gammachuu Ayyaanaa hidhaa gara  waggaa lamaatti siqu booda har’a gadhiifame gara maatii isaatti makamuu maddeen gabaasaniiru. Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa Dhaddacha Ijibbaataa oolmaa guyyaa kaleessaatin qondaala  olaanaa Adda Bilisummaa Oromoo keessaa tokko kan ta’an Koloneel

Read More