Kalaqa: Yuunivarsiitii Dambi Dollootti Diroonii haaraan kalaqame
Diroonii haaraa Yuunivarsiitii Dambi Dolloo keessatti kalaqame, Suuraa: fuula feesbuukii yuunivarsiitii Dambi Dolloo Finfinnee, Bitootessa 20/2023 - Yuunivarsitii Dambii Dolloo, giddugala STEM keessatti diroonota haaraa gosoota garaagaraa barsiisaa Amaanu'eel Baalchaa fi garee isaa waliin ta’uun hojjetame balali'a milkaa'aa ta'e mooraa Yunivarsiitichaa keessatti taasifamuu Yuunivarsiitichi beeksise. Gosootni Diroonii