Home#ASDaily news (Page 2)

#ASDaily news

Finfinnee, Bitootessa 30/2023 - Godina Arsii Lixaatti namni daa’ima umrii waggaa lama gowwoomsee ukkaamsuun maatii irraa qarshii 100,000 gaafachuun qarshii gaafatame san argachuu dhabnaan gara bosona keessa fudhachuun haala suukkanneessa ta’een erga ajjeese booda qaama isaa cicciree awwaalee hidhaa cimaa waggaa 25 irratti murtaa’uu Kominikeeshinii

Read More

Diroonii haaraa Yuunivarsiitii Dambi Dolloo keessatti kalaqame, Suuraa: fuula feesbuukii yuunivarsiitii Dambi Dolloo Finfinnee, Bitootessa 20/2023 - Yuunivarsitii Dambii Dolloo, giddugala STEM keessatti diroonota haaraa gosoota garaagaraa barsiisaa Amaanu'eel Baalchaa fi garee isaa waliin ta’uun hojjetame balali'a milkaa'aa ta'e mooraa Yunivarsiitichaa keessatti taasifamuu Yuunivarsiitichi beeksise.  Gosootni Diroonii

Read More

Finfinnee, Bitootessa 16/2023 - Muummicha ministeera Itoophiyaa dabalatee aanga’oota olaanoo Itoophiyaa wajjiin walgahii ariifachiisaa taasiseen booda ministeerri dhimma haajaa alaa Ameerikaa Antoonii Bliinkan ibsa miidiyaaleef guyyaa Roobii Finfinneetti laateerratti gaaffiilee gaaffilee ulfaatoo gochaa garajabeessa lammilee nagaarratti yeroo waraana kaaba Itoophiyaa kan Sadaasa 2022 naannoo Tigraayitti

Read More