Home#ASDaily news (Page 12)

#ASDaily news

Finfinnee Mudde 2/2021-Laamiroot Kamaal Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Dhaddacha Yakkaa 2ffaa Farra Shororkaa fi Dhimma Heeraa irratti argamuun ragaa ittisaa yakka ittiin himatamte of-irraa ittistu dhiyeeffachuuf har'a mana murtiitti dhiyaattee. Haa ta’uu malee Laamiroot ragaa ittisaa dhiyeeffachuu akka hin dandeenye fi akkaataa seera ragaa abbaa

Read More

Suuraa: Mo'a TV Finfinnee, Sadaasa 30/2021-Gammachuu Ayyaanaa mana murtiin bilisa bahee achi buuteen erga dhabamee baatii ja’a booda Sadaasa 29,2021 mana murtiitti dhiyaate. Erga too’annoo jala oolee adeemsa mana murtii wal xaxaa keessa kan darbe Koloneel Gammachuu Ayyaanaa essa akka jiru osoo hin beekamin ji’a booda

Read More