Home#ASDaily news (Page 8)

#ASDaily news

Deetaan Ministira Ministeera Ministeera Barnootaa Saamu’eel Kiflee (PHD) Suuraa: Ministeera Barnootaa Finfinnee, Dhaabbileen Barnoota Olaanoo gama akkaadamikii fi dhaabbatummaan guutummaa guutuutti of danda’anii socho’u hanga jalqabanitti qormaatni bahiinsa eebbifamtoota barnoota olaanoof kennamu yeroof Ministeera Barnootaan kan laatamu ta’uu Ministeerichi beeksise. Ministeerichi Pirezidaantota dhaabbilee barnoota

Read More

Suuraa: OBN Finfinnee, Koreen Baraaraa Idil Adddunyaa(IRC) hongee hamaa muudateen namoota miidhaman gargaaruuf baasii dabalataa doolaara miliyoona 5 gargaarsa atattamaaf oolu ramade. Itoophiyaa, Somaaliyaa fi Keeniyaa keessatti namootni miliyoona 25 ta’an beela hamaafi hanqina bishaanitiif saaxilamanii jirus jedhe.  Itoophiyaatti daayirekteerri dhaabbatichaa Firaank Mikmaanus “Laaninaa fi jijjiiramni haala

Read More

Finfinnee, Lammiilee Itoophiyaa Saawudi Arabiyaatti hidhamanii jiran gara biyya isaanitti deebisuu Roobii, Bitootessa 30, 2022 irraa akka eegalu Ministeerri Haajaa  Alaa beeksise. Ministeerichi akka beeksiseetti, koreen haala dandamannaa fi biyyatti deebisuu  lammiilee Saawudi Arabiyaa irraa dhufan akka hordofuuf hundaa’e, Wiixata Bitootessa 28, walgahii Deetaa Ministira Ministeera

Read More