Home#ASDaily news (Page 11)

#ASDaily news

Finfinnee,Mudde 13/2021-Manni Maree Ministirootaa walgahii idilee 2ffaa guyyaa har’aa gaggeesseen labsii wixinee hundeeffama Komishinii Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa irratti mari’achuun murtoo dabarse. Ibsa waajjirri Muummichi Ministiraa Abiy Ahimed baaseen Mootummaan filannoo marsaa 6ffaaf dhimmoota biyyaalessaa raawwachuuf waada galee keessaa marii biyyaaleessaa hunda hammate gaggeesssuun waliigaltee biyyaalessaafi dhimmoota

Read More

Suuraa: Visit Oromia Jiloo Diidoo(Korma Garaa Hidhe) Finfinnee, Mudde 03/2021- Mootummaan naannoo Oromiyaa Abbaan Gadaa Karrayyuu garee ‘shororkeessaa shanee’ tiin ajjeefaman jechuun ibsa baase. Ibsi waajjirri Kominikeeshinii mootummaa naannoo Oromiyaa baase kun Abbaan Gadaa Karrayyuu Kadiir Hawaas Boruu ajjeefamuu mirkaneesseera. Haa ta’u malee ragaaleen Addis Standard

Read More