Home2021November

November 2021

Suuraa: Mo'a TV Finfinnee, Sadaasa 30/2021-Gammachuu Ayyaanaa mana murtiin bilisa bahee achi buuteen erga dhabamee baatii ja’a booda Sadaasa 29,2021 mana murtiitti dhiyaate. Erga too’annoo jala oolee adeemsa mana murtii wal xaxaa keessa kan darbe Koloneel Gammachuu Ayyaanaa essa akka jiru osoo hin beekamin ji’a booda

Read More

Suuraa: FBC Darajjee Gonfaa tiin Finfinnee,Sadaasa 16,2021- Gumii Surichoo, jiraataa Godina Booranaa Aanaa Dilloo, “Booranaa rakkoo hammaataan muudachuun erga dhaga’amee namuu biyya keessa fi alaa nama dhuunfaati hanga jaarmiyaaletti waan qabuun nuuf  birmachuutti jiru.” jechuun gargaarsa taasifamaa jiru ibsa. Hongee cimaan kibba Oromiyaatti muudate godinaalee Booranaa fi Gujiitti,

Read More

Finfinnee, Sadaasa 2/2021- Lammileen Itoophiyaa Mana Hidhaa Saawud Arabiyaa keessa jiran rakkoo hamaa keessa jiran dararaa hamaaf saaxilamuu isaanii Addis Standarditti himanii jiru.  Saawud Arabiyaan lammilee Itoophiyaa eeyyama hojii qabanis ta’ee hin qabne “Godaantota seeran alaa'' jechuun tarkaanfii  hidhaa fi biyyaa har’uu irratti fudhachuu erga eegaltee

Read More