Home2021

December 2021

Tasfaaye Gabra’ab Iteenash Abarraa tiin Finfinnee, Mudde 31/2021- Magaalaa Bishooftutti dhalatee guddaate Gaazexeessaa fi Barreessan Tasfaaye Gabra’ab. Hojiiwwan hawwatoo fi falmisiiso ta’an dhiyeessuun kan beekamu Tasfaayeen barruule 11 fi kuusaa asoosamaa lama waayiloota isaa waliin barreesse. Tasfayeen abbaa ijoollee sadii yoo ta’u torbee darbe magaalaa Naayiroobitti umurii waggaa

Read More

Antoonii Biliinkeen Ministira Haajaa Alaa Ameerikaa, Pirezidaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataa Finfinnee, Mudde 29/2021-Ministirri Haajaa Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkeen pirezidaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataa waliin dhimmoota Itoophiyaa fi Somaaliyaa, dabalatee dhimmoota waloo faayidaa biyyoota lamaanii nageenya naannichaa eegsisan irratti mari’ataniiru. Itoophiyaa keessatti waraanni hatattamaan akka dhaabatu, dhiittaa fi sarbiinsi

Read More

Naannoo Amaaratti Manni Maree Godina Addaa Saba Oromoo dhimmaa nageenyaa haala yerootiin walqabtee hoggantoota godinichaa jijjiire. Humnootni Tigraay godina addaa Saba Oromoo yeroo too’atanii turanitti ajjeechaa, saamichaa fi qabeenya barbadeessaa akka turan eerame. Haa ta’u malee hoggantootni godinichaa gariin humnoota Tigraayi fi Waraana Bilisummaa Oromoo(Kan mootummaan

Read More