HomeSocial Affairs

Social Affairs

Xaafiin midhaan nyaataa biyya Itoophiyaa keessatti beekaman keessaa isa ijoodha. Suuraa: Getty Images Finfinnee, Bitootessa 21/2023 - Tibbana magaalaa Finfinnee dabalatee magaalota naannoo Oromiyaa garaagaraatti qaala’insa gatii midhaan nyaataa, keessattuu xaafii irratti mul’ate dubbii ijoo biyyattii ta’eera. Xaafiin torban lamaa dura kuntaalaan kuma birrii 5,000

Read More

Suuraa: UNICEF Ethiopia/Raphael Pouget/2023 Finfinnee, Bitootessa 18/2023 - Sababa hongee naannoo Oromiyaa, godina Booranaa keessatti mudateen daa’imman hedduu beela fi hanqina nyaataaf saaxilamaa jiraachuu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Fandii Atattamaa Daa’immanii (UNICEF) beeksiseera. Daa’imman hanqina nyaataa hamaaf saaxilaman gara hospitaala fayyaatti geeffamaa jiraachu ibse.   Waggoota sadan darbaniif godina

Read More

Xaafii, Suuraa: Getty Images Finfinnee, Bitootessa 14/2023 - Daballii gatii midhaan nyaataa, keessattuu xaafii, irratti tibbana mul’achaa jiru ilaalchisee Kominikeeshiniin mootummaa naannoo Oromiyaa ibsa kaleessa Bitootessa 13 karaa fuula feesbuukii isaarratti baaseen, qaala’insi jireenyaa yeroo ammaa mul’achaa jiru bu’uura gabaa kan hin qabneefi bakka hanqinni oomishaa

Read More