Oduu: Manni Amantii Ortodooksii ajjeechaa dhalattoota Tigraay Arbaamincii fi lammilee nagaa Wallagga Bahaa balaaleffatte
Abuna Maatiyaas Paatriiyaarkii Mana Amantii Ortodooksii Itoophiyaa Finfinnee Mudde 9/2022 - Paatriiyaarkiin Mana Amantii Ortodooksii Itoophiyaa qulqulluummaasaanii Abuna Maatiyaas ajjeechaa garee hidhattootaa fi humnoota mootummaatiin kutaalee biyyaattii garaagaraa keessatti dhiyeenya kana raawwatame “kan nageenya booressuu fi waldittii kan mufachiiseedha” jechuun balaaleeffatan. Paatriyaarikichi ibsa baaseen, waraanni waggoota lamaaf