HomeSocial Affairs (Page 5)

Social Affairs

Finfinnee, Adoolessa 18/2023 - Uggura Intarneetii mootummaan miidiyaalee hawaasaa gurguddoo afur irra ji’oota shanii oliif kaa’ee ture kaleessa sa’aatii boodaa eegalee kaafamuu fayyadamtoonni miidiyalee kanneenii ibsan. Miidiyaaleen hawaasaa kunneen Intarneetii virtuwaalii dhuunfaa (VPN) malee hojjachuu eegalaniiru. Waldhabdee mana amantaa Ortoodooksii Tawaahidoo Itoophiyaa gidduutti ka’e hordofuun hokkora

Read More

Paatriyaarkiin Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Abuna Maatiyaas phaaphaasota wayita muudan (Suuraa: Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa) Finfinnee, Adoolessa 17/2023 - Manni Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Phaaphaasota sagal muuduun gara manneen amantaa naannolee Oromiyaa fi Kibbaatti argaman ramaduu beeksiste. Paatriyaarkiin Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Abuna

Read More

Gabaa Jimaa godina Harargee Bahaa aanaa Kombolchaatti argamu Abdii Biyyansaatiin  @ABiyenssa Finfinnee, Adoolessa 14/2023 - Qonnaan bultoota fi al-ergitoonni Jimaa naannoo Oromiyaa keessatti argaman sababa dambii mootummaan irra kaa’een rakkoo hawaas-dinagdee hin eegamne isaanirra geessisaa jira. Bu’aan dambii mootummaa kanaas damee kana keessatti qonnaan bulaa irraa kaasee

Read More