Oduu: “Akka waan nama hin taanetti”: Baqattoonni Itoophiyaa Saawud Arabiyaatti haala rakkisaa keessatti hidhaman dirqiin gara biyyaa deebifamuu gabaasni haaraa Amnastii saaxile
Finfinnee, Mudde 16/2022 - Baqattoonni Itoophiyaa biyya Saawud Arabiyaa keessatti haala suukannessaa ta’ee fi gara jabinaan yeroo dheeraaf hidhamanii erga tursiifamanii booda, humnaan gara biyyaa deebifamaa akka jiran gabaasni haaraan dhaabbata mirgoota namoomaaf falmu Amnastii Intarnaashinaal baase akeeke. Baqattoonni kunneen sababa hayyama jireenyaa hin qabneef