HomeSocial Affairs (Page 6)

Social Affairs

Miseensota Qulqulluu Sinodoosii Ortodoksi Tawaahidoo Itoophiyaa. Suuraa: Giddugala Miidiyaa Tawaahidoo Finfinnee, Adoolessa 13/2023 - Manni Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa ibsa har’a baaseen filannoon phaaphaasotaa Naannoo Tigraay Adoolessa 16 gaggeeffamuuf jiru “heera mana amantichaa kan hin kabajne, caasaa ittiin bulmaata mana amantichaa kan hubuufi kan cabsu” waan

Read More

Angafa Phaaphaasota Tigraay (Suuraa: Tigray TV) Finfinnee, Adoolessa 12/2023 - Abbootiin amantaa Ortodoksii Tigraay, Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Tigraay jedhamuu haaraa hudeessuu isaanii beeksisaniiru. Manni kiristaanaa Ortodoksii Itoophiyaa irraa adda bahee akka haaraatti hundeeffamee kun ta’umsi isaa Kasaate Birhaan Salaam ta’uu ibsameera. Haaluma walqabatuun abbootiin Ortodoksii

Read More