Home#ASDaily news (Page 3)

#ASDaily news

Finfinnee, Bitootessa 16/2023 - Ministirri Dhimma Alaa Ameeriika kan ta’aan Antoonii Bliinkan, daawwannaa jalqabaa isaanii itiyoophiyaatti godhaniin, “haala Oromiyaa keessa jiruu akka isaan yaadessefi karaa mariin akka furmaata argchuu akka qabu” ibsaniiru, itti aansee muummicha ministeeraa Itiyoophiya Abiy Ahimad waliin wal arguu danda’aanirru.  Torban kana keessatti

Read More

Finfinnee, Guraandhala 22/2023 - Chaayinaan Bitootessa 1, 2023 irraa eegalee meeshaalee taaksii itti kaffalaman Itoophiyaa, Burundii fi Nijar irraa gara biyyattii galan keessaa dhibbeentaa 98 gibira malee akka seenan murtaa’uu Komishinii Taarifa Gumurukaa Mana Maree Mootummaa Rippabiliika Ummata Chaayinaa ibsa baaseen beeksiseera. Tarkaanfiin haaraan kun michoomaa

Read More

Piroofesar Birhaanuu Naggaa, Ministira Ministeera Barnoota Itoophiyaa. Suuraa: Fuula twitara Piroofesar Birhaanuu Naggaa Finfinnee, Guraandhala 13/2023 - Ramaddii Yunivarsiitii barattoota bara barnoota 2014tti qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatanii qabxii dhibbeentaa 50 fi isaa ol galmeessisanii fi yunivarsiitiiwwan mootummaatti digirii jalqabaa idileedhaan barachuuf iyyatan kaleessa Guraandhala 12,

Read More