Itoophiyaa, Somaaliyaa fi Keeniyaa keessatti namootni miliyoona 25 ta’an beela hamaafi hanqina bishaanitiif saaxilamanii jiru-IRC
Suuraa: OBN Finfinnee, Koreen Baraaraa Idil Adddunyaa(IRC) hongee hamaa muudateen namoota miidhaman gargaaruuf baasii dabalataa doolaara miliyoona 5 gargaarsa atattamaaf oolu ramade. Itoophiyaa, Somaaliyaa fi Keeniyaa keessatti namootni miliyoona 25 ta’an beela hamaafi hanqina bishaanitiif saaxilamanii jirus jedhe. Itoophiyaatti daayirekteerri dhaabbatichaa Firaank Mikmaanus “Laaninaa fi jijjiiramni haala