Home2022May (Page 5)

May 2022

Finfinnee, Caamsaa 20/2022- Pirezidaantii Somaaliyaa haaraan, Hasan Sheek Mohaammad, mootummaan isaa tika odeeffannoo jabaa fi sirna qabeessa ta’e ijaaruufi qaama mootummaa Federaalaa waliin dhimma nageenyaa irratti hojjatu kamuu waliin waltumsuun nageenya Moqdishoo mirkaneessuf akka hojjatu ibse.  Af-gaaffii Roobii darbe VOA waliin taasiseen, guyyoota jalqabaa 100 keessatti

Read More

Finfinnee, Caamsaa 20/2022- Waldaan Hooggansa fi Abukaatummaa Oromoo OLLAA’n  Ameerikaa, Yunaayitid Kiingidam , Gamtaa Awurooppaa fi Gamtaan Afrikaa dabalatee hawaasni  idil addunyaa dhiittaa mirga namoomaa Itoophiyaa naannoo Oromiyaa  keessatti raawwatame irratti qorannoo hatattamaa akka gaggeessu waamicha dhiheessaa jira.  Kunis Godina Shawa, Lixaa Magaalaa Kaachisiitti cidha irratti

Read More

Finfinnee, Caamsaa 20/2022- Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) gabaasa qorannoo dhimma hoggantoota Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) qajeelcha poolisii Oromiyaa garagaraa keessatti hidhamanii jiran irratti godhaa ture ifa godheera. Gabaasichi hoggantoota fi miseensota ABO heddu “seeraan ala hidhamanii akka jiran” mirkaneesseera.   Gabaasni KMNI kun, ABOn irra deddeebiin

Read More