Home2022May (Page 13)

May 2022

Finfinnee - Akkaataa beellama Ebla 17 laatameen, har’a Gaazexeessitoota Biqilaa Amanuu, Dachaasaa Wiirtuu fi Dassuu Duulaa dabalatee himatamtootni 17 galmee Qaasim Abdullaahi jala jiran Mana Murtii Olaanaa Oromiyaa dhiyaataniiru. Manni Murtichi, dhaddacha darbe irratti Abbaan Alangaa ragaa ittisaa garee seeraa himatamtootaan dhiyaateef deebii akka laatuu

Read More

Suuraa:Ubuntu Finfinnee- Kongiresiin Federaalawaa Oromoo ibsa Dilbata darbe baaseen haleellaan waraanaa Oromiyaa keessatti gagggeeffamaa jiruun lammileen nagaa ajjeefamuu dubbate.  “Humnoonni mootummaa kaayyoo waraana Adda Bilisummaa Oromoo  maqaa “ABO Shanee”  jedhanii moggaasan balleessudhaaf tooftaa “Qurxummii kiyyeessuuf galaana gogsu” jedhuun duula jabaa ija adunyaa jala dhokfame kutaale Oromiyaafi

Read More