Home2022May (Page 11)

May 2022

Naatinaa'eel Fiixeetiin Finfinnee, Caamsaa 11/2022 - Warshaaleen Simmintoo bakka bu’oota (Agents) oomisha isaaniif raabsan sirna gabaa keessaa baasanii oomisha isaani kallattiin akka gurguran Ministeerri Gabaa fi Walitti hidhamiinsa Naannawaa ajaja dabarse. Ministeerichi xalayaa warshaalee simmintoo kudhaniif barreesseen warshaaleen kunneen maqaa fi lakkoofsa bakka buutota isaani sirna

Read More

Iteenash Abarraatin @EtenbeshAb  Finfinnee - Hogganaan biiroo Kominikeeshinii Dhabbata Gabaa Oomishaa Itoophiyaa (ECX) akka Addis Standarditti himetti, hojjattootni damee dhaabbatichaa ja’a himata tokko malee hidhamanii turan Sanbata darbe hidhaa ba’aniiru. Waajjiraaleen dhaabbatichaa damee kanneenii ammayyuu cufamanii kan jiran yoo ta’u, dameewwaan cufamanii turan ifatti banuudhaaf mariin

Read More

Suuraa: UNOCHA Finfinnee-Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti, Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroon Qindeessi Dhimmoota Namoomaa (UNOCHA)  ibsa baaseen,Lixa Oromiyaatti bara 2022 keessa haleellaa fi walitti bu'iinsi hawaasaa waan dabaleef gargaarsi namoomaa haala hammataa keessa  jira jedhe Akka ibsichatti, bara 2018 irraa jalqabee naannawa lixa Oromiyaa fi Benishaangul Gumuuz, Godina Kaamashii sababa nageenyaaf gara

Read More