Home2022May (Page 10)

May 2022

Biruk Alamuutin @Birukalemu21 Finfinnee, Caamsaa 13/2022- Paartiin Kongirasii Federaalawaa Oromoo(KFO) Itoophiyaan maraammartoo “Kufaatii siyaasaa, walwaraansi fi kufaatiin diinagdee” keessa jiraachuu eeree waraanni akka dhaabatuu fi mariin biyyaalessaa dhugaa akka taasifamu waamicha dhiyeesse.  Ibsa kaleessa magaalaa Finfinneetti laateen paartichi, “Eddoowwan garaa garaa biyyattiitti keesummatuu Kaaba Itoophiyaatii waggaa

Read More

Finfinnee, Caamsaa 12/2022: Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) gabaasa baaseen, Naannoo Somaalee keessatti sirna muudaa hoggansa gosa Akishoo irratti humnoota nageenya naannichaa fi namoota hidhatan “humna garmalee” fayyadamuun haleellaa gaggeessaniin miidhaan akka qaqqabe beeksise. Mootummaan Naannichaa namoota miidhaan irra qaqqabe dabalatee maatii miidhamtootaaf beenyaa kan

Read More