Home2022May (Page 6)

May 2022

Iteenash Abbarraatiin  Finfinnee, Caamsaa 20/2022- Miidiyaa Hararii, Ejeenisii Sab-quunnamtii Naannoo Hararii keessatti Gulaalaa fi Gaazexeessaan Afaan Oromoo Muhayaddiin Abdullaahi,turtii guyyaa sagalii booda kaleessa wabiidhaan hiikame.Muhayaddiin ‘Dhugaa gabaasuu’ kootiin doorsifamaan ture jechuun Addis Standarditti hime.  Akka Muhayaddiin jedhutti hidhaan isaa doorsisa irra gahaa ture wajjiin walqabata. Dhimma Gondaritti

Read More

Siyaannee Mokonnoniin  Finfinnee, Caamsaa 19/2022- Qondaalli Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Koloneel Gammachuu Ayyaana erga Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa Dhaddachi Ijibbaataa "Eenyu akka hidhe hin beekamu" jechuun hidhaa keessa akka turu murteesse baatii sadi booda mana murtiitti dhiyaate.Himatamtoota galmee Kiisii Qixxummaa jala jiran keessaa himatamaa sadaffaan Amaanu’eel

Read More

Koloneel Abbabaa GarasuuItti aanaa hogganaan Biiroo Bulchiinsaf nageenyaa OromiyaaSuuraa:FBC Finfinnee, Caamsaa 18/2022 –  Biiroon Bulchiinsaaf Nageenyaa Oromiyaa tarkaanfii godinaalee sagal keessatti Waraana Bilisummaa Oromoo(Kan mootummaan shanee jedhee waamu) irratti  fudhatameen uummatni tasgabbii fi boqonnaa argate jedhe. Itti aanaa hogganaan Biiroo Bulchiinsaf nageenyaa Oromiyaa Koloneel Abbabaa Garasuu turtii

Read More