HomeAfrica (Page 43)

Africa

Finfinnee, Fulbaana 15/2022 - Gamtaan Awurooppaa (EU) ibsa kaleessa galgala baaseen, “haleellaan qilleensaa diroonii lamaan Fulbaana 14 magaalaa guddoo naannoo Tigraay, Maqalee rukute ammas abdii Itoophiyaa keessatti nagaa buusuuf baay’ee dadhaboo ta’e balaadhaaf saaxiluu isaatin” akka gadde ibse. Ibsi Gamtaan Awurooppaa baase kun Roobii, Fulbaana 14

Read More

Finfinnee, Fulbaana 13/2022 - Mootummaan Ameerikaa, mootummaan naannoo Tigraay adeemsa nagaa Gamtaa Afrikaan durfamu fi “giddu-galeessitoota waliif fudhatama qabaniin” gaggeeffamu fudhachuuf ibse akka gaariitti simachuun, “hatattamaan labsii dhukaasa dhaabuu akka labsamu” akka eegu ibseera. Mootummaan naannichaa gorsaa preezdaantii naannoo Tigraay kan ta’e Geetaachoo Raddaa fi hogganaa

Read More

Finfinnee, Fulbaana 03/2022 - Ameerikaan wal waraansa Itoophiyaa akka haaraatti humnoota nageenya federaalaa fi humnoota Tigraay gidduutti Hagayya 24 jalqabee yeroo ammaa kana gara naannoo daangaa Itoophiyaan Sudaan waliin qabdutti babal’ate keessatti “Eertiraan deebitee seenuu ishee” balaaleeffatte. Pirees Sekreetarii Kaariin Jiin-Piyeer ibsa Fulbaana 02 kenniteen akka

Read More