HomeAfrica (Page 39)

Africa

Gaazexeessitoota ONN lama dabalatee namoota himannaa kanaan himataman keessaa muraasa Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Onkololeessa 11/2022 - Gaazexeessitoota ONN lama dabalatee himatamtootni 17 galmee Qaasiim Abdullaahi jala himata “Koree Mootummaa Ce’umsaa Biyyoolessaa Naannoo Oromiyaa hundeessuu” jedhuun himataman baatii lama booda Jimaata darbe Onkololeessa 07, 2022 Mana Murtii

Read More

Finfinnee, Onkololeessa 06/2022 - Pirezidaantiin Keeniyaa Wiliyaam Ruutoo daawwannaa hojiif har'a ganama Finfinnee gale. Wayita Finfinnee gahuus Muummee Ministiraa  Abiy Ahimadiin simatameera. Pirezidaantichi turtii Itoophiyaa keessatti taasisuun dhimmoota biyyoota lamaanii, naannoo fi idil-addunyaa adda addaa irratti ni mari’atu jedhamee akka eegamu miidiyaaleen gabaasaniiru. Pirezidaant Ruutoon gaaffii

Read More

Finfinnee, Onkoloolessa 4/2022- Biiroon Afyaa’ii Haajaa Alaa Ameerikaa (USA) ibsa baaseen ergamaan Addaa Gaanfa Afrikaa Ameerikaa Maayik Haamar Onkoloolessa 3, 2022 hanga 18, 2022 tti gara Keeniyaa, Afrikaa Kibbaa fi Itoophiyaa kan imalan ta’uu beeksisee jira. Ergamaan  addaa kun gara Gaanfa Afrikaa deebi’anii kan dhufan yaalii

Read More