HomeAfrica (Page 37)

Africa

Booruu Roobaa Geetaahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee Onkoloolessa 12, 2022 - Humnoonni nageenyaa mootummaa miseensa tuuta Gadaa Michillee Karrayyuu Booruu Roobaa ajjeesuun, obboleettii fi obboleessa isaa namoota biroo lama wajjiin butuu isaanii jiraattoonni Aanaa Fantaallee Addis Standard tti himaniiru.  Humnoonni nageenyaa kunneen “guyyaa Sanbata duraa [Onkolooleessa 15]

Read More

Miseensonni hawaasa Kunaamaa, hawaasa xiqqoo Naannoo Tigraayitti argaman, kanneen haleellaa cimaa jalaa bahuun tibbana buqqa'an miidiyaa naannichaa Dimtsi Wayyaanee irratti mul'atan. Suuraa: Screenshot Finfinnee, Onkoloolessa 17/2022 - Haleellaa waraanaa waloo Itoophiyaa fi Eertiraan magaalaa naannoo kaaba dhiha Tigraayitti argamtu Shiree fi naannoo isheetti geggeessaa jiran irratti

Read More

Shamarreen tokko Shaashamanneetti duula IVI fi deeggartoota damichaan durfamu irratti talaallii koleeraa afaaniin yeroo fudhattuSuuraa: Dhaabbata Talaallii Idil-addunyaa/Caamsaa 2022 Finfinnee, Onkolooleesa 15/2022 - Akka gabaasa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Qindeessaa Dhimmoota Namoomaa (UNOCHA)tti, Hagayya 27 bara 2022 Godina Baalee Aanaa Harannaa Bulluq keessatti namni jalqabaa dhukkuba koleeraan qabame gabaafame. Fulbaana 18

Read More