Home2022October

October 2022

Lammiilee nagaa naannoo Tigraay buqqa'an Finfinnee, Onkoloolessa 31/2022-  Sababa waraana kaaba Itoophiyaatti ji’a Hagayyaatii eegalee deemaa jiruun lammiilee nagaa walakkaa miliyoonaa ta’an naannoolee Tigraay, Affaarii fi Amaaraatii kan buqqa’an yoo ta’u namoonni miliyoona 1.5 ta’animmoo sababoota hongee fi walitti bu’insa garee hidhataniitin godhamuun naannoo Oromiyaatii kan

Read More

Suuraa: VOA Finfinnee, Onkoloolessa 29/2022 - Naannoo Oromiyaa keessatti lakkoofsa namoota dhukkuba busaan qabaman waggootaaf gadi aanaa ture baatii Amajjii 2022 irraa eegalee dabaluun godinaalee, aanaalee fi magaalota Naannoo Oromiyaa adda addaa keessatti babal’achuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise. Hogganaa Itti aanaa Biiroo Fayyaa Oromiyaa Abarraa Bootoree

Read More

Finfinnee, Onkoloolessa 28/2022 - Dhaabbata Godaanda Idil-addunyaa (IOM) gabaasa haaraa dhimma buqqaatii biyyooleessaa Itoophiyaa irratti baaseen qorannoo iddoowwan buqqaatotni jiranitti dhaquun taasiseen marsaa kanaan (Waxabajjii - Adoolessa 2022) Itoophiyaa keessatti buqqaatotni biyya keessaa (IDPs) 2,716,121 akka argaman adda baasuu beeksise. Kunis kan marsaa darbe (Bitootessa

Read More