Oduu: Dura taa’aan Gamtaa Afrikaa mariin nageenyaa Itoophiyhaa “gara waraana dhaabu fi karaa gargaarsa namoomaa saaquutti” akka geessuu abdii qabu ibse
Finfinnee, Onkoloolessa 28/2022- Dura taa’aan Gamtaa Afrikaa Moosa Faaki Mahaammat mariin nageenyaa Itoophiyaa Gamtaa Afrikaan hogganamee Afrikaa Kibbaatti bakka bu’oota mootummaa Federaala fi aanga’oota Tigraay gidduutti gaggeeffamaa jiru “Gara waraana dhaabu fi namoota miidhaman gargaaruf karaa gargaarsa namoomaa saaquutti” akka geessu abdii qabu ibse. Dura taa’aan