Home2022October (Page 4)

October 2022

Finfinnee, Onkoloolessa 25/2022 - Naannoo Oromiyaa, Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Cobii, ganda Oofuu Bakkee iddoo addaa Qaalee jedhamutti, Finfinnee irraa fageenya gara kiiloo meetira 145 irratti haleellaa qilleensaa/diroonii Dilbata, Onkoloolessa 23, 2022 raawwatameen lubbuun lammiilee nagaa 68 ol darbuu jiraattotni himan. ABO fi KFOn haleellaa

Read More

Finifinnee, Onkoloolessa 24/2022-Marii nageenyaa Gamtaa Afrikaatiin hogganamu kan Afrikaa Kibbaatti guyyaa har’aa godhamuuf deemutti hirmaachuuf bakka bu’oonni aanga’oota mootummaa naannoo Tigraay keessaa filaman Afrikaa Kibbaa gahaniiru. Barreeessan haajaa alaa Ameerikaa Antoonii Biliinken pirezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo wajiiin haasa’uun gahee murteessaa nagaa fi tasgabbii Itoophiyaa fi

Read More

Finfinnee, Onkoloolessa 22/2022- Naannoo Oromiyaa, Godina Wallagga Bahaa, Aanaa Kiiramuu gandoota 4 keessatti, torban darbe Onkoloolessa 15, 2022 haleellaa hidhattootni raawwataniin lubbuun namoota hedduu darbuu fi manneen jireenyaa 50 ol gubachuu Sagaleen Ameerikaa (VOA) aanga’aa mootummaa aanichaa fi jiraattota irraa odeeffachuun gabaaseera. Bulchaan Aanaa Kiiramuu

Read More