Home2022October (Page 14)

October 2022

Mihirat G/Kiristoosiin  Finfinnee, Onkololeessa 03/2022- Mootummaan Naanno Gaambeella ibsa Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) sarbama mirgoota namoomaa sababii walitti bu’iinsa garee hidhattoota naannicha keessan socho’anii fi humnoota nageenyaa mootummaa giduutti ji’a Waxabbajjii keessa uumameen walqabatee baase kan fudhanne ta’uusaa ibsuun koomishinicha komatee jira. Mootummaan naannichaa ibsa

Read More

Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Onkololeessa 03/2022 - Ministeera Barnootaa adeemsa kenniinsa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee ibsa har’a Onkololeessa 03, 2022 kenneen qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa karaa nagaan akka xumuramu qooda fudhattoota waliin qindoominaan hojjatamaa jiraachu ibse. Qophiin qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa Onkololeessa 10, 2022 irraa

Read More

Addis Standard ji’a Caamsaa Finfinnee - Paartiin biyya bulchu Paartiin Badhaadhinaa (PB) Koomishinii Marii Biyyaalessaa  (KMB) kan miseensota mana marii paartichaatiin garmalee dhuunfatame ijaaruun "marii biyyaaleessaa" seenaa biyyattiitti isa jalqabaa ta’e adeemsisuuf murteessee jira.  Jalqabumarraa kaasee paartiileen mormitootaa haala qindeeffama KMB irratti gaaffii kaasuun seera qabeessummaa koomishinichaa

Read More