Oduu: Yuunivarsiitii Hawaasaa keessatti riqichi jiguun barattoota kutaa 12ffaa irra miidhaan gahe; lubbuun barataa tokko darbe
Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Onkololeessa 10/2022 - Har'a ganama riqichi mooraa guddicha Yuunivarsiitii Hawaasaa fi mooraa teeknooloojii walqunnamsiisu jigee barattoota kutaa 12 irra miidhaan gahuu bulchiinsi Yuunivarsiitichaa fi waajjirri Nageenyaa Mootummaa Naannoo Sidaamaa beeksisan. Hogganaan Waajjira Nageenyaa Naannoo Sidaamaa Alamaayyoo Ximotewoos Raadiyoo fi Televiziyoonii Kibbaaf akka himeetti;