Home2022October (Page 8)

October 2022

Moo’iboon Baqqalaa Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Onkoloolessa 13/2022 - Miseensa koree giddugaleessaa dhaaba Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) fi barreessaa kitaabaa Moo’iboon Baqqalaa kaleessa Onkoloolessa 12, 2022 galgala magaalaa Finfinnee naannawa mana jireenya isaatti rasaasaan rukutamee ajjeefame. Moo’iboon galgala Onkoloolessa 12 mana jireenya isaa naannawaa Saansuusii jedhamutti namoota eenyummaan

Read More

Finfinnee, Onkololessa 13/2022- Jiraattonni Harargee Bahaa fi Lixaa  dargaggoota dirqiin  waraanatti galchuun, hidhaan jumlaa, buufata sakatta’iinsaa irra butuu, dargaggootaa fi shamarran manaa manatti adamsuun hammaachaa jiraachuu Addis Standarditti himaniiru.  Haata’u malee aanga’ootni godinaalee lamaanii Addis Standard dubbise himannaa kana haalanii jiru.  Odeessi kun kan argame yeroo Itoophiyaa

Read More

B/Janaraal Taaddasaa Birruu Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit  Finfinnee, Onkoloolessa 12/2022 - Yaadannoo guyyaa dhaloota waggaa 100ffaa Birgaader Janaraal Taaddasaa Birruu sirnoota garaagaraan kabajuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Faawundeeshinii Taaddasaa Birruu fi koree qindeessaa sagantaa yaadannoo kanaa ibsa har’a Onkoloolessa 12, 2022 miidiyaaleef kennaniin beeksisaniiru.  Ibsa kan irratti Walitti qabduun Faawundeeshinii

Read More