Oduu: Manneen maree nageenyaa fi tasgabbii Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii fi kan Gamtaa Afrikaa dhimma Itoophiyaa irratti mari’ataa jiru
Bliinkanii fi Guteerees barbachisummaa waraana dhaabuu fi humnoota Eritraa baasuurratti dubbatan Finfinnee, Onk 21, 2022 - Gamtaa Afrikaatti Manni maree nageenyaa fi tasgabbii haala adeemsa marii nageenyaa Itoophiyaa kan Gamtaa Afrikaatiin hogganamurratti ibsa argachuuf har’a walgahii gochaa jira. Akka Amani Africa gabaasetti, “jaqabarratti, dhimmi Itoophiyaa walgahii korichi