Home2022October (Page 3)

October 2022

Finfinnee, Onkoloolessa 27/2022- Naannoleen Hongeen Miidhaman Oomisha gadi bu’aa akka argatan tilmaamame. Akka gabaasni dhaabbata nyaataa fi qonnaa ibsutti naannoleen hongeen miidhaman oomisha midhaanii, boqqolloo,mishingaa fi qamadii baay’ee akka gadi bu’utu eegama.  Roobni birraa Onkoloolessaa hanga Muddee bara kanaa giddu galeessaa gadi akka  ta’u raagame. Raagni

Read More

Finfinnee, Onkoloolessa 26, 2022 - Miseensa mana marii naannoo Somaalee fi miseensa koree Paartii Badhaadhina Biyyaalessa kan taate adde Juweeriyaa Mohaammad buufata xiyyaaraa magaala guddoo naannichaa Jijjigaatti rasaasan poolisiin dhukaafameen rukutamuun lubbuun darbuu biiroon sab-qunnamtii naannoo Somaalee ibseera. Haleellaa sababa waldhabbii imaltootaa fi humna poolisii gidduutti

Read More

Finfinnee, Onkoloolessa 26/2022 - Madaallii Ol’aantummaa Seeraa Pirojeektii Haqaa Addunyaa (WJP) bara 2022 Onkoloolessa 25 ba’e akka mul’isutti qabxiin madaallii ol’aantummaa seeraa Itoophiyaa waliigala Indeeksii bara kanaatiin 3.6% gadi bu’uu ibseera. Itoophiyaan qabxii madaallii kan bara darbe irraa sadarkaa tokkoon gadi bu’uun biyyoota addunyaa 140

Read More