HomeAfrica (Page 35)

Africa

Finfinnee, Onkoloolessa 26/2022 - Madaallii Ol’aantummaa Seeraa Pirojeektii Haqaa Addunyaa (WJP) bara 2022 Onkoloolessa 25 ba’e akka mul’isutti qabxiin madaallii ol’aantummaa seeraa Itoophiyaa waliigala Indeeksii bara kanaatiin 3.6% gadi bu’uu ibseera. Itoophiyaan qabxii madaallii kan bara darbe irraa sadarkaa tokkoon gadi bu’uun biyyoota addunyaa 140

Read More

Finfinnee, Onkoloolessa 25/2022 - Naannoo Oromiyaa, Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Cobii, ganda Oofuu Bakkee iddoo addaa Qaalee jedhamutti, Finfinnee irraa fageenya gara kiiloo meetira 145 irratti haleellaa qilleensaa/diroonii Dilbata, Onkoloolessa 23, 2022 raawwatameen lubbuun lammiilee nagaa 68 ol darbuu jiraattotni himan. ABO fi KFOn haleellaa

Read More

Finifinnee, Onkoloolessa 24/2022-Marii nageenyaa Gamtaa Afrikaatiin hogganamu kan Afrikaa Kibbaatti guyyaa har’aa godhamuuf deemutti hirmaachuuf bakka bu’oonni aanga’oota mootummaa naannoo Tigraay keessaa filaman Afrikaa Kibbaa gahaniiru. Barreeessan haajaa alaa Ameerikaa Antoonii Biliinken pirezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo wajiiin haasa’uun gahee murteessaa nagaa fi tasgabbii Itoophiyaa fi

Read More