HomeAfrica (Page 38)

Africa

Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Onkoloolessa 14/2022 - Paartiin Koogirasii Federaalawaa Oromoo dhimma daangaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee (GAONF) giddutti baatii lama dura daangeeffame ilaalchisee ibsa baaseera. KFOn ibsa Onkoloolessa 13, 2022 baaseen waliigalteen daangaa Finfinnee sararuuf dhiyeenya kana godhame “dantaa fi

Read More

Moo’iboon Baqqalaa Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Onkoloolessa 13/2022 - Miseensa koree giddugaleessaa dhaaba Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) fi barreessaa kitaabaa Moo’iboon Baqqalaa kaleessa Onkoloolessa 12, 2022 galgala magaalaa Finfinnee naannawa mana jireenya isaatti rasaasaan rukutamee ajjeefame. Moo’iboon galgala Onkoloolessa 12 mana jireenya isaa naannawaa Saansuusii jedhamutti namoota eenyummaan

Read More

Obbo Alamaayyoo Dirroo Geetaahuun Laggasaatiin Finfinnee, Onkololeessa 11/2022 - Humnoonni nageenyaa mootummaa hayyuu Oromoo Alamaayyoo Diroo Fulbaana 29,2022 irraa eegalee to'annoo jala oolchuun mirga mana murtittii dhiyaachuusaas kan sarban ta'uu, haati manaa  Alamaayyoo Laaqach Haayiluu mirkaneessitee jirti. Alamaayyoon iddoo mana jireenyaasaa Godina Addaa Oromiyaa Naannawa

Read More