HomeNewsnews analysis

news analysis

Geetaahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Guraandhala 02, 2023 - Godinni Booranaa hongee hamaa waggaa afurtaman darban keessa hin mul’atiniin miidhamee jira. Jiraattoonni godinichaaa 800,000 ol ta’an gargaarsa miidhaan nyaataa hatattamaa kan barbaaan ta’uu aanga’oonni godinichaa ibsaniiru. Bokkaan yeroo dheeraaf otuu hin roobin waan tureef jireenyi qotee bultoota naannichaa

Read More

Finfinnee, Guraandhala 01/2023 - Qorannoo raawwii hojii baatilee jahaa ministeerota mootummaa irratti haasawaa miseensota kaabinee fuulduratti taasisaniin, ministirri muummee Abiy Ahimad waldhabdeen mana amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaa (EOTC) keessatti deemaa jiru mariin furmaata argachuu akka qabu dubbatan. MM Abiy viidiyoo Kibxata fuula Feesbuukii isaanii irratti maxxansaniin,

Read More

Kaartaa bakkeewwan jeequmsi ammaa itti adeemaa jiru keessaa gar tokko agarsiisu Finfinnee, Amajjii 25/2023 - Naannoo Amaaraa, godina addaa saba Oromoo, aanaa Jiillee Dhummugaa keessatti walitti bu’iinsa hidhattoota naannicha keessatti socho’anii fi namoota nagaa gidduu akka haaraatti uumameen lammiileen nagaa hedduu ajjeefamuu jiraattotni himan. Mootummaan Naannoo

Read More